Afaan Oromo

Manni Maree Nageennaa UN aangoo 'AUSSOM' waggaa tokkoof dheeresse.

Manni Maree Nageennaa UN aangoo 'AUSSOM' waggaa tokkoof dheeresse.

25 Dec 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Manni Maree Nageenyaa Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii aangoo ergama tasgabbii Somaaliyaa Gamtaa Afrikaa (AUSSOM) hanga xummura bara dhufutti akka dheeratu sagalee guutuun murteesse. AUSSOM …

Naayijeeriyaatti Boombii Masjiida keessatti dhooheen namoonni 5 yoo du'an, 35 madaa'an.

Naayijeeriyaatti Boombii Masjiida keessatti dhooheen namoonni 5 yoo du'an, 35 madaa'an.

25 Dec 2025 · FNN Staff

ODUU FNN .Naayijeeriyaa keessatti boombii of balleessanii baduu raawwateen yoo xiqqaate namoonni shan du’uu fi 35 madaa’uu maddeen nageennaa beeysisaniiru. Haleellaan kun kan raawwatame masjiida …

Godina Salaalee aanaa Dharraatti hawaasni rakkoo hanqina bu'uraalee misoomaa fi dhaabbilee tajaajila hawaasummaatiin dararaa argu hime.

Godina Salaalee aanaa Dharraatti hawaasni rakkoo hanqina bu'uraalee misoomaa fi dhaabbilee tajaajila hawaasummaatiin dararaa argu hime.

24 Dec 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Godina Buunnoo Beddellee Aanaa Cawwaaqaatti murni murni mootummaa pp qonnaan bultoonni konkolaataa tiraakterii bitachuu qaba maqaa jedhuun doorsisni jabaachuun ifoome Godina Buunnoo Beddellee …

Tokkummaan Oromoo akka jabaatuuf gaheen gartuulee siyaasaa fi eliitii Oromoo guddaa ta'uun dubbatame.

Tokkummaan Oromoo akka jabaatuuf gaheen gartuulee siyaasaa fi eliitii Oromoo guddaa ta'uun dubbatame.

23 Dec 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Tokkummaan Oromoo akka jabaatuuf gaheen gartuulee siyaasaa fi eliitii Oromoo guddaa ta'uus ibsaniiru. Piroofeesar Takla'aab Shibbiruu, Doktar Jamaal Heebanoo, Obbo Buttaa Dafii, Obbo …

Yaman godaantota Itiyoophiyaa 180 ta'an karaa seeraan alaatiin qarqara galaanaa Shabuwaa seenuu beeysifte.

Yaman godaantota Itiyoophiyaa 180 ta'an karaa seeraan alaatiin qarqara galaanaa Shabuwaa seenuu beeysifte.

23 Dec 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Lakkoofsi godaantota seeraan ala gara Yaman seenan yero gara yerootti dabalaa jiraachuu Ministeerri Biyya Keessaa Yaman beeysisera. kanaanis godaantonni Itiyoophiyaa 180 kibba baha …

Erga Godinni Boorana Bahaa jedhamu hundeeffamee asi daangaan naannoo Oromiyaa gama Liibanii naannoo Somaaleetiin saamama jira jedhame.

Erga Godinni Boorana Bahaa jedhamu hundeeffamee asi daangaan naannoo Oromiyaa gama Liibanii naannoo Somaaleetiin saamama jira jedhame.

23 Dec 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Godinni Boorana Bahaa jedhamuu erga hundeeffamee asi daangaan Oromiyaa gama Liibanii cabuun lafti naannoo Oromiyaa hedduun naannoo Somaalee jala galaa jiraachuu himame. Erga …

Godina Salaalee aanaa Dharraatti hawaasni rakkoo hanqina bu'uraalee misoomaa fi dhaabbilee tajaajila hawaasummaatiin dararaa argu hime.

Godina Salaalee aanaa Dharraatti hawaasni rakkoo hanqina bu'uraalee misoomaa fi dhaabbilee tajaajila hawaasummaatiin dararaa argu hime.

23 Dec 2025 · FNN Staff

ODUU FNN iraattonni maddeeniif yaada isaanii kennan, rakkoo hanqina misooma bu'uuraa fi dhaabbilee tajaajila hawaaaummaa baroota dheeraa lakkoofsisetu harkaa nu qabaa jedhan. Kana irratti haleellaan …

Bulchiinsi Tiraampi Itoophiyaatti Ambaasaaddara U.S dabalatee kan biyyoota Afriikaa 15 gara Waashiingtanitti ofirra deebisanii waaman

Bulchiinsi Tiraampi Itoophiyaatti Ambaasaaddara U.S dabalatee kan biyyoota Afriikaa 15 gara Waashiingtanitti ofirra deebisanii waaman

23 Dec 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Tiraampi biyyoota Afriikaa 15tti Ambaasaaddaroota Yuunaayitid Isteetis gara Ameerikaatti ofirra deebisanii waamani. Ambaasaaddaroota Ameerikaa waamamanii ofirra deebifaman keessa Itoophiyaatti Ambaasaddara Ameerikaa, Kan Jibuutii …

Masriin Itoophiyaa waliin rakkoo hin qabdu, waliigaltee qofa barbaaddi - Al-Siisii

Masriin Itoophiyaa waliin rakkoo hin qabdu, waliigaltee qofa barbaaddi - Al-Siisii

21 Dec 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Pirezidantiin Masrii Abdul Fattaa Al-Siisii Masriin Hidha Haaromsa Itoophiyaa ilaalchisee Itoophiyaa waliin waliigaltee seeraa dirqisiisurra gahuun kan darbe ''rakkina biraa hin qabdu'' jedhan. …