Afaan Oromo

Kora Mooskoon booda Yukireeniifi US mariif Filooriidaatti walga'uufi.

Kora Mooskoon booda Yukireeniifi US mariif Filooriidaatti walga'uufi.

04 Dec 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Ergamaan addaa US Istiiv Witkoof dursaa mana-maree nageennaa biyyaalessaa Yukireen Rusteem Umeroov waliin Kamisa har’aa Maayaamiitti walga’uuf akka jiran Waayit Haawus mirkneesseera. Walga'iin …

Konfedereeshiniin Hojjetoota Itiyoophiyaa Dhaabbileen damee dhuunfaa irra caalaan isaanii mirga hojjettoonni gurmaa’uu dhoorgu jedha.

Konfedereeshiniin Hojjetoota Itiyoophiyaa Dhaabbileen damee dhuunfaa irra caalaan isaanii mirga hojjettoonni gurmaa’uu dhoorgu jedha.

04 Dec 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Dhaabbileen damee dhuunfaa biyya keenna Itiyoophiyaa irra caalaan isaanii hojjettoonni mirga gurmaa’uu isaanii akka hin fayyadamne dhoorgu jedhan Pireezidaantiin Konfedereeshinii Hojjetoota Itiyoophiyaa obbo …

Godina Harargee Bahaatti Humnoonni Naannoo Somaalee  Daangaa Ce'uun Lubbuu Namootaa Galaafachuun Barame.

Godina Harargee Bahaatti Humnoonni Naannoo Somaalee Daangaa Ce'uun Lubbuu Namootaa Galaafachuun Barame.

04 Dec 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Godina Harargee Bahaa Aanaa Cinaaksan araddaa Kalmaalee jedhamutti haleellaa humni addaa mootummmaa naannoo Somaalee daangaa cee’un ummata Oromoo irratti baneen lubbuun namaa darbuu …

Oduu Oromiyaa fi Addunyaa

Oduu Oromiyaa fi Addunyaa

03 Dec 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Godina Baha Shaggar aanaa Booraa keessatti waraanni Mootummaa namoota 3 irratti ajjeechaa s raawwachuun dhaga'ameGodina Baha Shaggar aanaa Booraa ganda Maallimaa Barii keessatti …

Kaaba Salaaleetti haala nageenyaatiin wal qabatee manneen barnootaa hedduun manca’uun barattoonni bakka itti baratan dhabanii rakkoof saaxilamuu jiraattonni dubbatan.

Kaaba Salaaleetti haala nageenyaatiin wal qabatee manneen barnootaa hedduun manca’uun barattoonni bakka itti baratan dhabanii rakkoof saaxilamuu jiraattonni dubbatan.

02 Dec 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Kaaba Salaaleetti haala nageenyaatiin wal qabatee manneen barnootaa hedduun manca’uun barattoonni bakka itti baratan dhabanii rakkoof saaxilamuu jiraattonni dubbatan. Kaaba Salaalee A/Warra Jaarsoo …

Obbo Taayyee Danda'aarratti himanni haaraan sadi banamuun dhaga'ame.

Obbo Taayyee Danda'aarratti himanni haaraan sadi banamuun dhaga'ame.

02 Dec 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Deetaan Ministeera duraanii fi miseensi Caffee oromiyaa Obbo Taayyee Danda'aa, mirgi himatamuu dhabuusaanii Caffeedhaan osoo irraa hin ka'in himatawwan haaraan sadi irratti banamuun …

Mootummaan naannoo Somaalee godina Harargee Bahaa aanaa Cinaaksan irratti duula jabaa banuun dhagahame.

Mootummaan naannoo Somaalee godina Harargee Bahaa aanaa Cinaaksan irratti duula jabaa banuun dhagahame.

02 Dec 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Mootummaan naannoo Somaalee godina Harargee Bahaa aanaa Cinaaksan irratti duula jabaa banaa jiraachuu jiraattonni dubbatan. Jiraattonni yaada isaanii maddeeniif akka kennanitti kaleessa Mudde1 …

Sudaan meeshaalee waraanaa barbaacha Raashiyaaf buufata doonii waraanaa laachuf waliigaltee waggaa 25 dhiyeessite

Sudaan meeshaalee waraanaa barbaacha Raashiyaaf buufata doonii waraanaa laachuf waliigaltee waggaa 25 dhiyeessite

02 Dec 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Mootummaan Sudaan, Afrikaa keessatti buufata doonii waraanaa isaa isa jalqabaa Raashiyaa kan taasisu biyyichaaf laachuuf waliigaltee waggaa 25 dhiyeessuu fi jijjiirraa kanaan meeshaalee …

Godina Gujii Aanaa Annaa Sorraa keessatti sababa gurguramuu bosonaatiin mormii ummataa dhalateen miidhaan dhaqqabuu jiraattonni maddeeniif himan.

Godina Gujii Aanaa Annaa Sorraa keessatti sababa gurguramuu bosonaatiin mormii ummataa dhalateen miidhaan dhaqqabuu jiraattonni maddeeniif himan.

27 Nov 2025 · FNN Staff

ODUU FNN Akka jiraattonni maddeeniif himanitti bosonni umrii dheeraa qabuu fi hawaasni waggoota hedduuf kunuunsaa ture kan godina Gujii Aanaa Annaa Sorraa ganda Raayyaa Booddaa …